Kafaltii sirreeffama mindaa haaraa. Hojjetaan sirreeffama iskeelii mindaa haaraa ka...

Kafaltii sirreeffama mindaa haaraa. Hojjetaan sirreeffama iskeelii mindaa haaraa kaffalamu irratti komii yoo qabaate mana hojii isaatti dhiyeeffachuun guyyoota hojii lama (2) keessatti deebiin kennamuufii qaba. Document qajeelfama kafaltii haaraa 2017. Sirreeffama iskeelii mindaa Hojjattoota Mootummaa, Muudamtoota mootummaa fi filatamtoota uummataaf, Mootummaan hojjattoota mootummaa mindaa gadi aanaa argataa jiranii fi qaala'iinsa jireenyaa dandamachiisuuf taasise hojiirra oolchuuf qajeelfama raawwii ifaa sirreeffama iskeelii mindaa baasuun barbaachiisaa ta'ee argameera. 2) Komiin dhiyaatu qajeelfama kanaa fi seerota biroo jiran akkasumas ragaa jiruu waliin walbira qabee erga xiinxalamee booda hogganaa mana hojichaa sadarkaan jiruuf dhiyaachuun murti argachuu qaba. Qajeelfama Raawwii Kaffaltii Ikeelii Mindaa Sirreeffamaa Haaraa 26 pages PDF 100% (2) Jan 2, 2025 · Qajeelfama Raawwii Sirreeffama Iskeelii Miindaa Qaala’iinsa Jireenya Hojjettoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Dandamachiisuuf bahe Lak 27/2017. pdf, Subject health-science, from No School, Length: 27 pages Oct 21, 2024 · Finfinnee, Onkololeessa 11, 2017 (FBC)- Komishiniin Siviil Sarvisii qajeelfama raawwii daballii Miindaa hojjettoota Mootummaa Haaraa irratti qooda fudhattoota waliin marii gaggeesseera. 1) Komiin kaffaltii sirreeffama iskeelii mindaa hojjettoota mootummaa irraa dhiyatuu simatee qulqullaa uun deebiin itti kennamuu qaba. Hojjetaan guyyaa deebii isaa beeke irraa eegalee guyyaa hojii lama (2) keessatti komii isaa dhiyeeffachuu ni danda'a. bohne wbt dcwv lusjzqw xbvlbd tmqs ekdydo lmxp tfksi caibgx